Idil Addunyaa Waraanni Sudaan marii gaggeeffamaa jiru addaan kute Debela Tadesse May 31, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)- Waraanni Sudaan humnoota falman waliin marii dhukaasa dhaabiinsaa Jiddaatti gaggeessaa ture addaan kutuun gabaafame. Waraanichi, marii dhukaasaa…
Oduu biyya keessaa Bishaan kuusuun malaan yoo itti fayyadamne yeroo rakkinaa dandamachuu ni dandeenya-MM Abiy Ahimad Debela Tadesse May 31, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)- Bishaan kuusuudhaan malaan yoo itti fayyadamne yeroo rakkinaa dandamachuu ni dandeenya jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Muummeen ministiraa…
Oduu biyya keessaa Jilli Naannoo Somaalee Argisiisa Qonnaa Goda-Hambaa Saayinsitti qophaa’e daawwate Debela Tadesse May 31, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)- Jilli Ittaanaa Pireezidaantii Naannoo Somaalee Obbo Ibraahim Usmaaniin durfamu argisiisa Qonnaa Goda Hambaa Saayinsitti qophaa’e daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsitiin Finfinnee fi ItyooTeeleekoom Sanadaa waliigaltee mallateessan Debela Tadesse May 31, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)- Yuunivarsitiin Finfinnee fi ItyooTeeleekoom dhiyeessii tajaajila qunnamsistuu fi dijiitaala tumsaa tarsiimawaaf waliigaltee mallateessan. Waliigalteecha…
Oduu biyya keessaa Inistitiyuutiin Meetirooloojii Ityoophiyaa fi Bulchiinsi Meetirooloji Chaayinaa waliigaltee… Debela Tadesse May 31, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)- Inistitiyuutiin Raaga Haala Ityoophiyaa fi Bulchiinsi Raaga Haala Qilleensaa Chaayinaa waliigaltee mallatteessaniiru. Kongirasii 19ffaa Dhaabbata Raaga…
Oduu biyya keessaa Inistitiyuutiin Meetirooloojii Ityoophiyaa fi Bulchiinsi Meetirooloji Chaayinaa waliigaltee… Debela Tadesse May 31, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)- Inistitiyuutiin Raaga Haala Ityoophiyaa fi Bulchiinsi Raaga Haala Qilleensaa Chaayinaa waliigaltee mallatteessaniiru. Kongirasii 19ffaa Dhaabbata Raaga…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan qorannoo ummataa fi dhimmootaa misoomaa walqabatoo karoora ishee keessatti… Debela Tadesse May 31, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan qorannoo ummataa fi dhimmoota misoomaa walqabatoo karoora ishee keessatti hammachiisuun hojiirra oolchaa jiraachuu Ministeerri Pilaanii fi…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan daawwanaan Chaayinaatti taasisan hariiroo biyyoota lameenii gara boqonnaa haaraatti… Debela Tadesse May 31, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministira fi Ministirri Dhimmaa Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin daawwanaan Chaayinaatti guyyoota shaniif taasisaan hariiroo michoomaa fi…
Oduu biyya keessaa Mootummman naannichaa nageenya mirkaneessuuf dhaabbilee amantaa waliin hojjechaa jiraachuu ibse Debela Tadesse May 31, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)-Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojiilee nageenyaa fi tasgabbii mirkaneessuuf hojjetamaanirratti dhaabbilee amantaa waliin qindoomina gaariin hojjetaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Abbootiin qabeenyaa Jeno’aa Ityoophiyatti damee inarjii fi oomisha ililiirratti boba’uuf fedhii… Debela Tadesse May 31, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa Jeno’aa Ityoophiyatti damee anniisaa haareffamaa fi oomisha ililiirratti boba’uuf fedhii qabaachuu beeksisan. Xaaliyaanitti…