Oromiyaan qabeenya Aadaa fi Tuurizimii Argisiisa Daldalaa fi Turizimii Addunyaarratti beeksiste
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Qabeenyi Aadaa fi tuuriizimii Naannoo Oromiyaa waltajjii Argisiisa Daldalaa fi Turizimii Addunyaa Jarman Barliinitti gaggeeffamaa jirurratti dhiyaate.…