Ayyaanni injifannoo Adwaa 127ffaan guyyaa har’aa sagantaalee garaagaraan ni kabajama
Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Guyyaan injifannoo Adwaa 127ffaan guutuu biyyattiitti sagantaalee garaagaraan kabajamee oola.
Ayyaanichi magaalaa Finfinnee dabalatee kutaalee…