Aanaa Gadab Hasaasaatti Qamadiin Jallisiin misoome sadarkaa gaariirra jira jedhame
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Godina Arsii Lixaa Aanaa Gadab Hasaasaatti Qamadiin Jallisiin lafa hektaara kuma 6 fi 829 irratti misoome haala gaariirra jiraachuu Waajjirri Qonnaa…