Manni Marichaa labsii filannoo, galmee paartilee siyaasaafi naamuusa filannoo raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 10, 2017(FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa labsii filannoo, galmee paartilee siyaasaafi naamuusa filannoo raggaasise.
Manni marichaa walga’ii ariifachiisaa…