Idil Addunyaa Raashaa fi Yukireen kopha kophaatti Dhukaasa Dhaabuu Labsan Yonatan Birhanu May 5, 2026 0 Finfinnee, Eebila 27, 2018 (FMC) - Raashaa fi Yukireen guyyaa Gamtaan Sooviyeet durii Naazii Jarman irratti injifannoo argatte kabajuuf jecha, dhukaasa dhaabuu gar-tokkee labsaniiru.…
Ispoortii Xumura Shaampiyoonsii Liigii Awurooppaaf eenyutu darba, Arseenaal moo Atileetikoo Maadriid ? Tsehay Guluma May 5, 2026 0 Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC)- Tapha Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa walakKaa Xumuraaf Arsenaal Atileetikoo Maadriid waliin ni taphata. Kilaboonni lameen halkan kana Sa’aatii 4:00…
Oduu biyya keessaa Dargaggeessa weellisaa Goota, kan Gootota Jaallatu Haacaaluu… Tsehay Guluma May 5, 2026 0 Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC) - Abbaasaa Hundeessaa Bonsaa Hadhaa Isaa immoo Aadde Guddattuu Horaa Irraa Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa lixaa Magaalaa Ambootti Dhalate Haacaaluun.…
Oduu biyya keessaa Siidaan Dooktara kabajaa Artiisti Xilaahuun Gassesse eebbifame Tsehay Guluma May 5, 2026 0 Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC) - Siidaan yaadannoo Dooktara Kabajaa Artiisti Xilaahuun Gassesee Magaalaa Finfinnee kiiloo 6 (Caffee Araaraatti )eebbifameera. Siidaa yaadannoo Artiist…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan himannaa Mootummaa Sudaan kuffiste Tsehay Guluma May 5, 2026 0 Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan himannaa bu'uura hin qabne kan mootummaa Sudaan dhiyaate kuffisteetti. Ministeerri Dhimma Alaa ibsa baaseen, Humni Waraanaa Sudaanii fi…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Saambee kabajame Tsehay Guluma May 5, 2026 0 Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC)- Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Saambee 85ffaan Godina Iluu Abbaa Booritti kabajameera. Saambeen Godina Iluu Abbaa Boor Magaalaa Goree irraa fageenya dhiyoo…
Oduu biyya keessaa Siidaan Artiisti Haacaaluu Hundeessaa eebbifame Tsehay Guluma May 5, 2026 0 Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC)- Siidaan Yaadannoo Artiisti Haacaaluu Hundeessaa Magaalaa Finfinnee Paarkii Afrikaa keessatti ijaarame eebbifameera. Siidaan Yaadannoo Artiisti Haacaaluu…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy ergaa baga geessanii dabarsan Tsehay Guluma May 5, 2026 0 Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC) -Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Guyyaa yaadannoo Goototaa 85ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Dooktar Abiy gama miidiyaa…
Biiznasii Korporeeshiniin Manneen Federaalaa Sudaan Kibbaatti ijaarsa manneenii irratti bobba’uuf… Yonatan Birhanu May 4, 2026 0 Finfinnee, Ebla 26, 2018 (FMC) - Korporeeshiniin Manneen Federaalaa waliigaltee damee ijaarsa manneenii Sudaan kibbaa irratti bobba'uuf isa dandeessisu mallatteesseera. Magaalaa Juubaa…
Biiznasii Korporeeshiniin Manneen Federaalaa Sudaan Kibbaatti ijaarsa manneenii irratti bobba’uuf… Yonatan Birhanu May 4, 2026 0 Finfinnee, Ebla 26, 2018 (FMC) - Korporeeshiniin Manneen Federaalaa waliigaltee damee ijaarsa manneenii Sudaan kibbaa irratti bobba'uuf isa dandeessisu mallatteesseera. Magaalaa Juubaa…