Ispoortii Falmii murteessaa shaampiyoonummaaf taasifamu… Sifen Megersa May 2, 2026 0 Finfinnee, Ebla 24, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 35ffaan morkiin Arsenaal Fuulhaam waliin taasisu ni eegame. Piriimeer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni 4 ni…
Teeknooloojii Dorgommiin Badhaasa Kalaqa Muuziqaa Hubannoo Namtolchee xumurame Sifen Megersa May 2, 2026 0 Finfinnee, Ebla 24, 2018 (FMC) – Dorgommiin Badhaasa Kalaqa Muuziqaa Hubannoo Namtolchee Inistiityuutii Hunpbannoo Namtolchee Itiyoophiyaa, Faanaa Miidiyaa Korporeeshinii fi Istudiyoon AI…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhina duula nafiladhaa gaggeessaa jira Sifen Megersa May 2, 2026 0 Finfinnee, Ebla 24, 2018 (FMC) – Paartiin Badhaadhina sagantaa duula nafiladhaa filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa Finfinneetti gaggeessaa jira. Duulli nafilaadhaa kun mata duree…
Biiznasii Maallaqa yakka daddabarsa seeraan alaan samamuuf ture Birrii biiliyoona 48 baraaruun danda’ame Sifen Megersa May 1, 2026 0 Finfinnee, Ebla 23, 2018 (FMC) – Maallaqa yakka daddabarsa seeraan alaa fi waliin dhahuun samamuuf ture Birrii biiliyoona 48 baraaruun danda’ame jedhe Tajaajilli Nageenya Faayinaansii.…
Oduu biyya keessaa Feestivaalli aartii ogummaa Kalaqa idil addunyaa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa May 1, 2026 0 Finfinnee, Ebla 23, 2018 (FMC) –Ogeeyyii buleeyyii Afrikaa fi Afrikaan alaa dabalatee hirmaattoonni kuma 10 irratti kan argaman Feestivaalli aartii ogummaa Kalaqa idil addunyaa Kiraafti…
Oduu biyya keessaa Jijjiirama fuula dulloome simboo miidhaginaan uwwise!!! Sifen Megersa May 1, 2026 0 Har’a agarsiifni suuraa hojiilee misoomaa fi namarratti xiyyeeffachuun waggoottaan shanan darban keessa hojjetaman mul’isu Addabaabayii Masqaalaatti banameera. Agarsiisa suuraa mata duree…
Teeknooloojii Kaadaastera mirga abbaa qabiyyummaa lafaa mirkaneessuu keessatti… Sifen Megersa May 1, 2026 0 Finfinnee, Ebla 23, 2018 (FMC) – Godina Boorana Bahaatti sirna bulchiinsa lafaa ammayyeessuun fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf hojjetamaa jira jedhe Waajjirri Lafaa godinichaa.…
Oduu biyya keessaa Tasgabbii fi Nageenya Indaastirii mirkaneessuuf mirga hojjetaa kabajuun murteessadha – Kaasahuun… Sifen Megersa May 1, 2026 0 Finfinnee, Ebla 23, 2018 (FMC) – Guyyaan Hojjettootaa mata duree "mirgi hojjetaa kabajamuun nageenyaafi oomishtummaa Indaastariif bu'uura" jedhuun Finfinneetti Kabajameera. Oomishtummaa…
Teeknooloojii Sirni Diijitaalaa haaraan ittigaafatamummaa ragaarratti hundaa’e guddisa – Ambaasaaddar Reedwaan… Sifen Megersa May 1, 2026 0 Finfinnee, Ebla 23, 2018 (FMC) – Sirni Diijitaalaa haaraan ittigaafatamummaa ragaarratti hundaa’e guddisa jedhan Daayrekterri Olaanaan Tajaajila Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa…
Teeknooloojii Teeknooloojiin Sirna Dambii fi Bulchiinsa Miidiyaa qindaa’aa eebbifame Sifen Megersa May 1, 2026 0 Finfinnee, Ebla 23, 2018 (FMC) – Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa Inistiityuutii Hubannoo Namtolchee waliin ta’uun kan misoomse Teeknooloojii Sirna Dambii fi Bulchiinsa Miidiyaa…