Dameen indaastirii oomishaa wiirtuu birmadummaa keenyaati- Obbo Malaakuu Allabal
Finfinnee, Ebla 25, 2018(FMC) – Bu’uura yaadama Ida’amuu “dameen indaastirii oomishaa wiirtuu birmadummaa keenyaati” jedhuun hojiileen hojjetaman bu’aa qabatamaa galmeessisaniiru jedhan…