Oduu biyya keessaa Agarsiisa garaagaraa Ajaja duultoota addaa humna Qilleensaa Sifen Megersa Feb 21, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Ajajni duultoota Addaa guyyaa hundeeffama isaa waggaa 65ffaa sababeeffachuun agarsiisa loltummaa gaggeessaa jira. Ajajichi Qilleensaarraa,…
Ispoortii Darbii Kaaba Landan akkaan eegamu… Sifen Megersa Feb 21, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Darbiin Kaaba Landan Boru Tootenhaamii fi Arsenaal gidduutti taphamu ni eegama. Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 27ffaan har’a waaree booda…
Teeknooloojii Itiyoo-Telekoom hojimaata diijitaalaa ‘Teelee Istiriim’ eegalchiise Ayana Dheressa Feb 20, 2026 0 Finfinnee Guraandhala 13, 2018(FMC)- Itiyoo-Telekoom hojimaata diijitaalaa ‘Teelee Istiriim’ eegalchiiseera. Sagantaa jalqabsiisa hojimaata kanaa irratti Hojii Raawwachiistuu Olaantuun…
Oduu biyya keessaa Tajaajila loojistiksii diijitaalessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira Ayana Dheressa Feb 20, 2026 0 Finfinnee Guraandhala 13, 2018(FMC)- Geejjibni Galaanarraafi Loojistiksii Itiyoophiyaa tajaajila loojistiksii diijitaalessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhe. Hojii Raawwachiisaa…
Oduu biyya keessaa Boordichi Walgaltee Tumsa Biyyaalessaa ragalee sobaa ittisuu dandeessisu ifoomse Yonatan Birhanu Feb 20, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2018 (FMC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Waligattee Tumsa Biyyaalessaa ragaalee sobaa fi burjaajessoo filannoon wal qabatan ittisuuf…
Oduu biyya keessaa Hojjettoonni boba’aa seeraan ala gurguran lama hidhaa cimaa fi maallaqaan adabaman Tsehay Guluma Feb 20, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2018 (FMC) - Naannoo Oromiyaa magaalaa Moojootti hojjetoonni raabsaa boba'aa karaa seeraan alaan utuu boba'aa buusanii qabaman lama hidhaa cimaa fi maallaqaan…
Teeknooloojii Afrikaatti namoonni yakka saayibariin shakkaman 651 to’ataman Ayana Dheressa Feb 20, 2026 0 Finfinnee Guraandhala 13, 2018(FMC)- Dhaabbanni Poolisii Idil-addunyaa ( Intarpool) Afrikaatti namoota yakka saayibariin shakkaman 651 to’ate. Dhaabbaticha miidiyaa hawaasummaa isaan akka…
Oduu biyya keessaa Adwaan eenyummaa dhugaa yeroo hundaati-Obbo Hayiluu Addunyaa Ayana Dheressa Feb 20, 2026 0 Finfinnee Guraandhala 13, 2018(FMC)- Adwaan eeenyummaa dhugaa Itiyoophiyaanootaa yeroo hundaati jedhan Hoggaanaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa Obbo Hayiluu Addunyaan. Waltajjiin marii…
Oduu biyya keessaa Shakkamaan Sanada wabii sobaan Baankiilee garaagaraarraatti yakka malaammaltummaa Birrii miiliyoona… Sifen Megersa Feb 19, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) – Shakkamaan Sanada wabii sobaan Baankiilee garaagaraarraatti yakka malaammaltummaa cimaa Birrii miiliyoona 89 raawwachuun barbaadamaa ture waahillan…
Oduu biyya keessaa Ergaa Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Ayana Dheressa Feb 19, 2026 0 Har'as turtii keenya Wallaggaa ittifufuun, Looreeta Nagaa Addunyaa Mummee Ministiraa keenya Abiyyi Ahimad (PhD)’fi jila isaanii waliin ta’uun ijaarsa Indaastirii Nyaataa Qindaa'aa Buusaa…