Oduu biyya keessaa Qabeenya Dhokataa Gara utubaa Diinagdeetti ce’e Ayana Dheressa Aug 28, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan biyya qabeenya uumamaa hedduun badhaate taatus, waggoota hedduuf faayidaa barbaadamuurra oolaa hin turre. Albuudota tarsiimoo kanneen akka…
Ispoortii Bu’uuraaleen misoomaa Ispoortii mijatoon waan hojjetamaniif gosoonni Ispoortii garaagaraa… Ayana Dheressa Aug 27, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2018 (FMC)- Magaalaa Finfinneetti bu’uuraaleen misoomaa Ispoortii mijatoon waan hojjetamaniif gosoonni Ispoortii garaagaraa gaggeeffamaa jiru jedhan kantiibaan…
Oduu biyya keessaa Mootora Qonnaa: Warshaa Xaa’oo guddicha Godee Ayana Dheressa Aug 27, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2018 (FMC)- Afrikaatti qonni lafee dugdaa dinagdee fi bu’uura jireenyaa uummata bal’aa ta’us, oomishtummaan damee kanaa waggoota dheeraaf galteewwan qonnaa biyya alaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Sabootaa, Sablammootaafi Uummattootaa hariiroo uummataa cimsuuf carraa uumeera- Obbo… Ayana Dheressa Aug 27, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2018 (FMC)- Guyyaan Sabootaa, Sablammootaafi Uummattootaa kabajamuun hariiroo uummataa cimsuuf carraa uumeera jedhan Af-Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu…
Oduu biyya keessaa Caasaan nageenyaa uummata waliin qindaa’uun shira diinoota biyya keessaa fi alaa alaa fashaleesseera… Tsehay Guluma Aug 27, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2018 (FMC)- Caasaan nageenyaa uummata waliin qindaa’uun hojiilee hojjeteen shira diinootaa keessaa fi alaa fashaleessuun danda’ameera jedhan Komishinarri Jeneraalaa…
Idil Addunyaa Balaa lolaa Neeppaal lubbuu namoota 177 galaafate Ayana Dheressa Aug 27, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2018 (FMC)- Neeppaalitti balaan lolaa mudate lubbuu namoota 177 yoo galaafatu namoonni 800 ol ammoo achi buuteen isaanii hin beekamne. Balaa lolaa cimaa naannawaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaa Sabootaa, Sablammootaafi Uummattootaa 21ffaa milkaa’inaan kabajuuf qindoominaan hojjetamaa… Ayana Dheressa Aug 27, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2018 (FMC)- Guyyaan Sabootaa, Sablammootaafi Uummattootaa 21ffaan milkaa’inaan akka kabajamuuf qindoominaan hojjetamaa jira jedhan Af-Yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde…
Oduu biyya keessaa Imala ce’umsa Diinagdee Magariisaa Itiyoophiyaa Ayana Dheressa Aug 27, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2018 (FMC)- Jijjiiramni qabeenya qilleensaa addunyaa yeroo ammaa biyyoota hedduu qoraa kan jirudha. Akka qorannoowwan Paanaaliin Jijjiirama qabeenya Qilleensaa…
Ispoortii Atileet Yoomiif Qajeelchaa fi Foteen Tasfaay simannaa hoo’aan simataman Yonatan Birhanu Aug 27, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) — Dorgommii walakkaa maaraatoonii Arjentiinaa, magaalaa Bonas Ayresitti gaggeeffameen, atileetota dhiiraa keessaa rikordii addunyaa haaraa kan galmeesse…
Oduu biyya keessaa Humna Nagaa Ardii fi addunyaaf aarsaa kaffalaa jiru Yonatan Birhanu Aug 26, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) — Humni nagaa eegsisaa Itiyoophiyaa qaama waraanaa nagaa Afrikaa fi addunyaaf gatii guddaa kaffalaa jiruudha Itiyoophiyaan muuxannoo hojii nageenya…