Ityoophiyaan dhaabbata Qorannoo Imaammata Nyaataa Idil Addunyaa waliin hojjechuuf waliigaltee…
Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) – Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii dhaabbata Qorannoo Imaammata Nyaataa Idil Addunyaa waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessera.…