Tatamsa’inni Dhibee Busaa dachaa sadiin dabale – Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) – Ityoophiyaatti tatamsa’inni Dhibee Busaa dachaa sadiin daballii argisiisuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Bara baajataa kana qofa lammiileen miiliyoonni…