Pireezidaantiin Soomaaliyaa daawwannaa hojii Ityoophiyaatti taasisan xumuruun gara biyyaatti…
Finfinnee, Eebla 7, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Soomaaliyaa Hasan Sheek Mahaammad daawwannaa hojii Ityoophiyaatti taasisan xumuruun gara biyyaatti deebi’aniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI…