Aadde Samariitaa Sawaasaw Gamtaa Awurooppaatti Ergamtuu Addaa Gaanfa Afrikaa walii mari’atan
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Aadde Samariitaa Sawaasaw Gamtaa Awurooppaatti jila Ergamtuu Addaa Gaanfa Afrikaa Dooktar Aneet Weebariin durfamu…