Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach kutaalee hawaasaa garaagaraaf maaddii qoodan Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen giddu gala nyaataa Amuddiitti argamuun kutaalee hawaasaa garaagaraa waliin maaddii qoodataniiru.…
Oduu biyya keessaa Kan qabnurraa qooduun duudhaa gaarii of dura ummataaf jedhu kan itti agarsiifnuudha – Fiildi… Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Kan qabnurraa qooduun duudhaa gaarii of dura ummataaf jedhu kan itti agarsiifnuudha jedhan Itaa Maajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiildi Maarshaal…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni garaagaraa ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Embaasiiwwan Biyyoota garaagaraa ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ityoophiyaatti Embaasiin Awustiraaliyaa, Ingiliiz,…
Idil Addunyaa Hordoftoonni amantaa kiristiyaanaa addunyaa garaagaraarraatti argaman ayyaana Qillee kabajaa jiru Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Hordoftoonni amantaa kiristiyaanaa addunyaa garaagaraarratti ayyaana Qillee sirna hoo'aa ta'een kabajaa jiraachuu ibsameera. Hirdoftoonni Amantaa…
Uncategorized MM Abiy Ahimadii fi Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana Qillee sababeeffachuun maaddii… Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana Qillee sababeeffachuun namoota daandirraa jiraataan waliin maaddii…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Paarkii Addabaabayii Jaalalaa hojii jalqabsiisan Sifen Megersa Jan 6, 2023 0 Finfinnee, Mudde 28, 2015 (FBC) - Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Paarkii Addabaabayii Jaalalaa jedhamu Boolee naannawaa Dambalitti argamu hojii jalqabsiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti Ayyaana Qillee sababeeffachuun lammiilee kuma 100’f maaddiin qoodameera Debela Tadesse Jan 6, 2023 0 Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti ayyaana qillee sababeeffachuun waliigalaan lammiilee kuma 100 oliif sagantaan maaddii qooduu gaggeeffameera. Bulchiinsi…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach ergaa baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Jan 6, 2023 0 Finfinnee, Mudde 28, 2015 (FBC) - Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Hirdoftoota Amantaa Kiristiyaanaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Qillee sababeeffachuun Richiitii dhukaasuun dhurkaadha – Poolisii Sifen Megersa Jan 6, 2023 0 Finfinnee, Mudde 28, 2015 (FBC) - Ayyaana Qillee sababeeffachuun haala kamiinuu Richiitii dhukaasuun dhurkaa ta'uu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksiise. Qaamooleen meeshaalee waraanaa…
Oduu biyya keessaa Qondaaltota jeneraalaa gulantaa urjii lamaa oliif sirni carraa bakka ijaarsa manaa baasuu… Ayana Dheressa Jan 6, 2023 0 Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Waggoota hedduuf biyyaa fi ummata amanamtummaa fi gootummaan kan tajaajilan qondaaltota jeneraalaa gulantaa urjii lamaa oliif sirni carraan bakka ijaarsa…