Oduu biyya keessaa Dhaabbileen lamaan waliin hojjechuuf waliigalan Sifen Megersa Mar 29, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa fi Tajaajilli Odeeffannoo fi Tika Biyyaalessaa dhimoota waloo biyyaalessaarratti waliin hojjechuuf waliigaltee mallateessan.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarq Pireezidaantii Ejansii farra si’eessuu addunyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Mar 29, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen Pireezidaantii Ejansii Farra Si’eessituu Addunyaa Wiitooldii Baankaa fi jila isaaniin durfamu waliin…
Ispoortii Kilaboonni naannoo Tigraay hanga Caamsaa 24, 2015tti gabaasa akka godhan gaafatame Sifen Megersa Mar 29, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC) - Kilaboonni naannoo Tigraay hanga Caamsaa 24, 2015tti gabaasa akka godhan Federeeshiniin Kubbaa Miilaa naannichaa gaafate. Kilaboonni Kubbaa Miilaa…
Fayyaa Dhibeen Koleera Godinaale Oromiyaa 5 keessatti mudateera- BFO Debela Tadesse Mar 29, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Dhibeen Koleera Godinaalee Oromiyaa 5 keessatti mudatee jiraachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa ibse. Biirichi ittisaa fi to’annoo dhibechaa ilaalchisuun…
Oduu biyya keessaa Sararri bilbilaa namoota hongeen miidhamaniif galii walitti qabuuf oolu ifoome Sifen Megersa Mar 29, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti namoota hongeen miidhamaniif galii walitti qabuuf akka oolu Ityoo Teeleekoomiin sarara bilisaa ifoomseera. Haaluma kanaan…
Ispoortii Liyooneel Meesiin garee biyyaalessa Arjentiinaaf gooliin lakkoofsise 100 caale Sifen Megersa Mar 29, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC) – Taphataan Sarara fuulduraa duraanii Baarseeloonaa fi PSG yeroo ammaa Liyoonel Andireen Meesiin garee biyyaalessa Arjentiinaaf gooliin galche 100 caale.…
Oduu biyya keessaa Jilli Aadde Caaltuun durfamu Warshaa Simmintoo Naashinaalii Lamii daawwatan Sifen Megersa Mar 29, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 20,2015 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misooma Aadde Caaltuu Saaniin durfamu haala ijaarsa Warshaa Simmintoo Naashinaalii Lamii daawwateera.…
Oduu biyya keessaa Misooma anniisaaf hirmaannaan damee dhuunfaa barbaachisaa ta’uun akeekame Debela Tadesse Mar 29, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Misooma anniisaaf hirmaannaan damee dhuunfaa barbaachisaa ta’uu Ministeerrii Bishaanii fi Inarjii beeksise. Waltajjiin filmaata anniisaarratti…
Oduu biyya keessaa “Nageenyi daldalaaf; daldalli nageenyaaf” mata duree jedhuun mariin gaggeeffame Debela Tadesse Mar 29, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Giddugalli Intarpiraayizoota Dhuunfaa Idil Addunyaa mata duree “Nageenyi daldalaaf; daldalli nageenyaaf” jedhuun marii gaggeesseera. …
Oduu biyya keessaa Naannoon Oromiyaa sirna beekkamti kennuu marsaa 3ffaa gaggeesse Sifen Megersa Mar 29, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 20 ,2015 (FBC)- Naannoon Oromiyaa qaamoolee lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsaa taasisaan sirna beekkamti kennu marsaa 3ffaa gaggeesseera. Namoota dhuunfaa,…