Fayyaa Naannoo Tigraayitti talaalliin dhibee Gifiraa kennama jira Debela Tadesse Mar 29, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Naannoo Tigraayitti talaalliin ittisa dhibee Gifiraa kennama jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Ministeerichatti Itti Gafatamaan…
Oduu biyya keessaa Tajaajilichi hojjettoota 109’rratti tarkaanfii fudhate Debela Tadesse Mar 29, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Tajaajilli Elektirikii Finfinnee hojjettoota 109 irratti tarkaanfii naamusaa fudhachuu beeksise. Hojii Raawwachiisaan Olaanaa Tajaajilichaa Dooktar…
Biiznasii Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 124tti tilmaamaman to’ataman Sifen Megersa Mar 29, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC) – Bitootessa 8 – 14, 2015tti hordoffii taasifameen meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 124tti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumrukaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan qamaadii alaa galchuu irraa gara erguutti ceete –Ministeera Qonna Debela Tadesse Mar 29, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan qamaadii kutannoon oomishuun biyyaa alaatii galchuurraa gara alaatti erguutti ce’uu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amaantee…
Idil Addunyaa Raashiyaan shaakalaa loltummaa misaa’eela baalastikii “Yaarsi” jedhamuu eegalte Debela Tadesse Mar 29, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Raashiyaan misaa’eela baalastikii fageenyaa dheeraa “Yaarsi” jedhamuu hojirra oolchuuf shaakala loltummaa taasisuu eegaluun gabaafame. Misaa’eelli…
Oduu biyya keessaa Nageenyi waaraan naannichatti akka mirkanaa’uuf tumsi abbootii amantaa fi jaarsolii biyyaa… Debela Tadesse Mar 29, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Nageenyi waaraan naannichatti akka mirkanaa’uuf tumsi abbootii amantaa fi jaarsolii biyyaa murteessaa ta’uu Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Tarrafaa Darriboo Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Chaayinaa waliin mari’atan Debela Tadesse Mar 29, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Tarrafaa Darriboo Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Chaayinaa Zhi Biingi waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Korichi dhaabbii paarkiin indaastirichaa guddina oomishaa alergeef xiyyeeffannaa akka kennuu… Debela Tadesse Mar 29, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Koreen Dhaabbii Dhimmootaa Dhaabbilee Misoomaa Mootummaa Paarkiin Indastirii Adaamaa oomisha alergee guddisuun biyyattiin damecharraa faayidaa argachuun…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan naannoo Somaaleetti mana barumsaa eebbisiisan Ayana Dheressa Mar 28, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaafi Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Muusxafee Mahaammad naannoo Somaaleetti mana…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaafi Jaappaan misooma hoortikaalchariin waliin hojjechuuf waliigalan Ayana Dheressa Mar 28, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Jaappaan misooma hoortikaalchariin waliin hojjechuuf waliigaluu ibsame. Waliigalticha Ministeera Qonnaatti Ministir Deetaan damee…