Oduu biyya keessaa Manni marichaa walga’ii idilee 7ffaa gaaggessaa jira Sifen Megersa Dec 22, 2022 0 Finfinnee, Mudde 13, 2015 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 7ffaa bara hojii 2ffaa gaggeessaa jira. Yaa’ichaan mudama miseensoota Boordii Tajaajila Oduu…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaroonni Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaafi Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo daawwatan Ayana Dheressa Dec 21, 2022 0 Finfinnee, Mudde 12,2015(FBC)- Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraatti Ityoophiyaa bakka bu’an Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaafi Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo daawwatan. Jijjiiramni…
Oduu biyya keessaa Marii hayyoonniifi dargaggoonni Tigraay gaggeessaa turan xumurame Ayana Dheressa Dec 21, 2022 0 Finfinnee, Mudde 12,2015(FBC)- Marii hayyoonniifi dargaggoonni Tigraay guyyoota sadiif gaggeessaa turan xumurame. Marichi adeemsa jijjiiramaa Ityoophiyaa, waliigaltee nageenyaafi naannoo…
Oduu biyya keessaa Raayyaa Ittisa Biyyaa mana kitaabaa Abrihootiif kitaabota Birrii miiliyoona 1 olitti shallagaman… Ayana Dheressa Dec 21, 2022 0 Finfinnee, Mudde 12,2015(FBC)- Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa mana kitaabaa Abrihootiif kitaabota Birrii miiliyoona 1 olitti shallagaman gumaachuu ibsame. Ministeerichi mana…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 ol Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Ayana Dheressa Dec 21, 2022 0 Finfinnee, Mudde 12,2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 18 gara biyyaa deebi’uu ibsame. Lammiilee gara biyyaa deebi’an keessaa…
Oduu biyya keessaa Tarkaanfii olaantummaa seeraa qindaa’aa fudhatamuun nageenya waaraa argamsiisuuf… Ayana Dheressa Dec 21, 2022 0 Finfinnee, Mudde 12,2015(FBC)- Tarkaanfii olaantummaa seeraa qindaa'aa fudhatamuun nageenya waaraa argamsiisuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu Ittaanaan Pireezidaantii mootummaa naannoo…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Ityoophiyaa lammiilee Jibuutii 6 garee hidhattoota Firuud jedhamuun ukkaamfaman gadi… Ayana Dheressa Dec 21, 2022 0 Finfinnee, Mudde 12,2015(FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa lammiilee Jibuutii 6 garee hidhattoota Firuud jedhamuun ukkaamfaman gadlakkisiisuu Ministeerri Dhimma Alaa ibseera. Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajaja lixaa humnaa fi maallaqasaaniin ummata tajaajilaa jirachuun… Ayana Dheressa Dec 21, 2022 0 Finfinnee, Mudde 12,2015(FBC Miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajaja lixaa humnaa fi maallaqasaaniin ummata tajaajilaa jirachuu Kutaan Quunnamtii Uummataafi Miidiyaalee ajajichaa ibseera.…
Oduu biyya keessaa Kolleejjiiwwan Ogummaafi Teekinikaa humna namaa gahumsa qabu oomishuurratti xiyyeeffachuu qabu- Obbo… Ayana Dheressa Dec 21, 2022 0 Finfinnee, Mudde 12,2015(FBC)- Kolleejjiiwwan Ogummaafi Teekinikaa humna namaa gahumsa qabu oomishuurratti xiyyeeffachuu akka qaban Pireezidaantiin naannoo Hararii Obbo Oordiin Badriin…
Fayyaa Ameerikaatti lakkoofsi namoota Vaayirasii koronaan qabamanii miiliyoona 100 darbuu ibsame Ayana Dheressa Dec 21, 2022 0 Finfinnee, Mudde 12,2015(FBC)- Ameerikaatti lakkoofsi namoota Vaayirasii koronaan qabamanii miiliyoona 100 darbuu ibsame. Akka gabaasa John Hopkinsitti ,biyyattiitti waggoottan sadan…