Hiituun hadiida baaburaa seeraan ala hiikamee daddabarfamaa ture kumni 2 fi 500 ol to’atame
Finfinnee, Mudde 12, 2015 (FBC)- Hiituun hadiida baaburaa seeraan ala hiikamee daddabarfamaa ture kumni 2 fi 590 Naannoo Somaalee Aanaa Eraritti shakkamtoota waliin to’atamuun ibsame.…