Oduu biyya keessaa ABUT marsaa 3ffaa dibbee waraanaa rukutaa jira-TKM Debela Tadesse Aug 20, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2014(FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT Deeggartoota isaa of faana hiriirsuun haldureewwan garaagaraa tarreessuun marsaa 3ffaa dibbee waraanaa rukutaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni sanada waliigaltee Naayiil hinraggaasisne akka raggaasisan waamichi dhiyaate Debela Tadesse Aug 20, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2014(FBC)- Sanda waliigaltee fayyadamummaa waloo biyyoonni miseensota yaa’a Laga Naayila raggaasisan biyyoonni hinraggaasisin jiran akka raggaasisan Ityoophiyaa fi…
Ispoortii Ityoophiyaa 1- 0 Ugaandaa Debela Tadesse Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) –Tapha madaallii ga'umsaa har'a gaggeeffameen Gareen Kubbaa Miilaa Dhiirotaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gita isaa Ugaandaa 1fi O injifateera. Goolii…
Oduu biyya keessaa Nageellee Arsiitti tajaajilli baqaqsani yaaluu moora ijaa bilisaan kennamaa jira Debela Tadesse Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) –Nageellee Arsiitti tajaajilli baqaqsani yaaluu moora ijaa namoota kuma 2f bilisaan kennamaa jiraachuu. Duula tajaajiila tola oltummaa baqaqsani yaaluu…
Oduu biyya keessaa Bishooftuutti deeggarsa Hidhaa Haaromsaaf Birrii miiliyoonni 22 ol walitti qabame Debela Tadesse Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Magaalaa Bishooftuutti deeggrsaa Hidhaa Guddicha Haaromsaaf Ityoophiyaaf Birrii miiliyoonni 22 fi 962 ol walitti qabamuu Bulchiinsi magaalichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa bu’aa ba’iiwwan mudataniif harka osoo hinlaatiin injifannoo seenaan… Sifen Megersa Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) –Mootummaan Naannoo Oromiyaa bu’aa ba’iiwwan mudataniif harka osoo hin laatiin injifannoo seenaan yaadatu hedduu galmeessaa har’a ga’e - BKMNO Naannoo…
Oduu biyya keessaa Siimkaardiwwan hojii seeraan alaaf oolaa ture kumni 7 ol to’atame Ayana Dheressa Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti Siimkaardiwwan hojii seeraan alaaf oolaa ture kumni 7 fi 577 to’atameera. Bulchiinsa magaalaa Jimmaa Ganda Ginjootti siimkaardiwwan…
Biiznasii Warshaalee sukkaara 8 caalbaasiif dhiyaatan Debela Tadesse Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Invastaroonni damee oomisha sukkaarratti bobba’uu barbaadan fedhii isaanii dhiyeessuun akka hirmaatan Mootummaan Ityoophiyaa waamicha dhiyeesse.…
Biiznasii Dhaabbileen kaappitala miiliyoona 430 galmeessan 3 waliigaltee mallatteessan Debela Tadesse Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Dhaabbileen biyyaa keessaa Kaappitaala Birrii Miiliyoonaa 430 galmeessan paarkiiwwan indaastirii keessattii dameewwan garaagaraarratti bobba’uuf…
Ispoortii Taphoonni Piriimayer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaan Boruu eegale ni taphatamu Sifen Megersa Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Taphoonni Piriimayer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaan Boru sa’aatii 8:30 eegalee ni taphatamu. Taphni torbee 3ffaa kun boru waaree booda…