Lammiilee buqqa’aniif deeggarsi uffaanaa Birrii miiliyoona 10tti tilmaamamu taasifame
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa lammiilee buqqa’anii Bulchiinsa Godina Sablammii Waagimiraatti argamaniif deeggarsa uffannaalee Biirri…