Gargaaraan Daayrektaraa ‘FBI’ Ministir Deetaa Ministeera Haqaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Gargaaraan Daayrektaraa Biiroo Qorannoo Yakkaa Federaalaa Ameerikaa (FBI) Raayimandi Duuddaa Ministiri Deetaa Ministeera Haqaa Alamaantee Aggidawu waliin…