Biiroon garaagaraa du’aan Boqochuu Artiist Alii Birraan walqabatee ergaa gaddaa dabarsaniiru
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015 (FBC) – Biirooleen Naannoo Oromiyaa garaagaraa du’aan Boqochuu Artiist Alii Birraan walqabatee ergaa gaddaa dabarsaniiru.
Biiroon Barnootaa naannoo…