Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad magaalaa Saawulaa galan Ayana Dheressa Nov 2, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daawwannaa hojiif godina Goofaa magaalaa Saawulaa galan. Jilli Muummee Ministiraa Abiy Ahimadiin durfamuufi…
Oduu biyya keessaa Humni Elektirikii Ityoophiyaa suphaa fi sakatta’iinsa sararaaf tumsa hawaasa gaafate Debela Tadesse Nov 2, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015 (FBC) – Humni Elektirikii Ityoophiyaa, sararaa dabarsaa humnaa Hidha Guddichaa Haaromsa Ityoophiyaa, Dhidheessaa-Holotaa fi sarara Ityoo-Keeniyaa kuusaa…
Idil Addunyaa Iraan fi Raashiyaan bittaa boba’aaf waliigaltee Doolara biiliyoona 6.5 mallatteessan Debela Tadesse Nov 2, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015 (FBC) – Iraan fi Raashiyaan bittaa boba’aaf kan oolu waliigaltee Dolaara biiliyoona 6.5 mallatteessuun gabaafame. Angaa’a Olaanaan Iraan akka…
Idil Addunyaa Ameerikaan yeroo dhiyootti meeshaalee waraanaa farra humna qilleensarraa Yuukreeniif ni… Ayana Dheressa Nov 2, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015(FBC)- Ameerikaan yeroo dhiyootti marsaa jalqabaaf meeshaalee waraanaa farra humna qilleensarraa 2 gara Yuukreenitti kan ergitu ta’uu ibsite. Haleellaa…
Oduu biyya keessaa Duulli busaa dhabamsiisuu Baatuutti eegale Debela Tadesse Nov 2, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015 (FBC) – Duulli dhibee busaa dhabamsiisuu aanaalee 249 Naannoo Oromiyaatti gaggeessuuf Magaalaa Baatuutti har’a eegalchiifameera. Torbeen busaa mata duree…
Oduu biyya keessaa Onkololeessi 24 guyyaa RIB ganame addatti qajeelcha waliigalaa Raayyaa Ittisaatiin yaadatamee… Debela Tadesse Nov 2, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015 (FBC) – Gareen shororkeessaatiin guyyaan Raayyaan Ittisa Biyyaa ganamee Onkololeessi 24 Qajeelcha Waliigalaa Raayyaa Ittisaatiin haalaa addaatiin yaadatamee…
Oduu biyya keessaa Doolaarri kumni 8 fi meeshaaleen waraanaa seeraan alaa mana nama dhuunfatti to’atame Sifen Megersa Nov 1, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC) – Doolaarri kumni 8 fi meeshaaleen waraanaa seeraan alaa sakattoo taasiifameen mana nama dhuunfatti to’atame. Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad magaalaa Aarbaa Minchi galan Sifen Megersa Nov 1, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daawwannaa hojiif magaalaa Aarbaa Minchi galaniiru. Jilli isaaniin durfamu kun turtii isaan hojiilee misoomaa…
Oduu biyya keessaa Afrikaatti faayidaa dargaggootaa mirkaneessuun barbaachisaadha- Dooktar Mulaatuu Tashoomaa Sifen Megersa Nov 1, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC) – Afrikaatti walitti hidhamiinsa bu’uuraalee misoomaa qindaa’aa uumuun faayidaa dargaggootaa mirkaneessuun barbaachisaa ta’uu Pireezidaantiin FDRI…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad maatii hoggantoota biyyoota Afrikaa duraanii tokkummaa Afrikaa fi pan-Afrikaanizimiif… Sifen Megersa Nov 1, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad maatii hoggantoota biyyoota Afrikaa duraanii tokkummaa Afrikaa fi pan-Afrikaanizimiif gumaachan 17…