Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu aanaa Lumeetti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumeetti hojiilee misooma qonnaa…