Guddina diinagdee Itiyoophiyaaf dameen dhuunfaa qooda olaanaa bahachaa jira- Baankii Addunyaa
Finfinnee, Onkoloolessa 23, 2018 (FMC)- Guddina diinagdee Itiyoophiyaaf dameen dhuunfaa qooda olaanaa bahachaa jira jedhan Itiyoophiyaatti Daayrektarri Baankii Addunyaa Maariyaam Saaliim.…