Godinichatti sagantaan nyaata barattoota daa’imman kuma 100 ol fayyadamoo taasisu eegalame
Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinneetti, sagantaan nyaata barattoota bara 2015 daa'imman kuma dhibba 1fi kuma 98 fayyadamoo taasisu Manneen barnoota…