Manni Maree Tiraanisfoormeeshinii Qonnaa Kibba Lixa Oromiyaa hundeeffame
Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Manni Marii Tiraanisfoormeeshinii Qonnaa Kibba Lixa Oromiyaa Godinaalee Jimmaa, Iluu Abbaa Boorii fi Buunnoo Beddellee of jalatti qabachuu hundeeffameera.…