Obbo Umad Ujuluun hordoftoota amantaa kiristaanaa maraaf ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Pireezidaantiin mootummaa Gambeellaa Obbo Umad Ujuluun Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun hordoftoota amantaa kiristaanaa maraaf ergaa baga ittiin isin gahee…