Baankiin Biyyaalessaa RIB’f deeggarsa Birri miiliyoona 19 taasise
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni Baankii Biyyaalessaa Ityoophiyaa miindaa baatii tokkoo Raayyaa Ittisa Biyyaaf gumaachaniiru.
Deeggarsi hoggaantoonnii fi…