Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa Hoteela Abbaa Urjii 5 bane Ayana Dheressa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee keessatti Hoteela Abbaa Urjii 5 bane. Hoteelichi terminaala keessummeessa…
Oduu biyya keessaa Wixineen labsii gatii manneen kiraa murteessuuf qophaa’e barana ni ragga’a jedhameetu eegama Ayana Dheressa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Wixineen labsii sadarkaa gatii manneen kiraa murteessuuf qophaa’e bara kana ni ragga’a jedhamee kan eegamu ta’uu Ministirri Ministeera Magaalaafi…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan misooma humna namaa guddisuuf qulqullina barnootaarratti hojjechuu qabdi jedhame Ayana Dheressa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan misooma humna namaa guddisuuf qulqullina barnootaarratti xiyyeeffannoon hojjechuu akka qabdu Gabaasni Agarsiistuu Misooma Humna Namaa…
Oduu biyya keessaa Hariiroo gaariin Ityoophiyaafi Hindi daran cimuu qaba jedhame Ayana Dheressa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Hariiroofi deeggarsi Ityoophiyaafi Hindi gidduu jiru jajjabeessaa waan ta’eef daran cimuu qaba jedhame. Ministirri Ministeera Innooveeshiniifi…
Idil Addunyaa Keeniyaan Diimookiraasiin biyyoota biroof fakkeenya ta’uu dandeessi – Wiiliyaam Ruutoo Sifen Megersa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) –Wiiliyaam Samoyii Ruutoon pireezdaantii Keeniyaa 5ffaa ta’uun sirna kakuu seenuu gaggeeffameen har'a muudamaniiru.…
Oduu biyya keessaa Birrii malaammaltummaan saamame miiliyoona 700 ol dhorkuun danda’ameera- Ministeera Haqaa Ayana Dheressa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Bara baajataa xumurametti Birrii malaammaltummaan saamame miiliyoona dhibba 700 irra dhorkiin kaa’amuu Ministeerri Haqaa ibse. Ministeerichi bara…
Oduu biyya keessaa Jiibuutiitti Imbaasiin Ityoophiyaa lubbuu Godaantoota 767 baraaruu beeksise Sifen Megersa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Jiibuutiitti Imbaasiin Ityoophiyaa eegdoota qarqara galaanaa fi qaamolee nageenyaa waliin ta’uun lubbuu Godaantoota Ityoophiyaa 767 baraaruu…
Idil Addunyaa Wiiliyaam Ruutoon Pireezidaantii Keeniyaa ta’uun Kakuu raawwatan Sifen Megersa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Wiiliyaam Ruutoon Pireezidaantii Keeniyaa 5ffaa ta’uun Kakuu raawwataniiru. Sirna kakuu raawwachuu Pireezidaanticharratti Muummee…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebeen ayyaanni waggaa haaraa nagaan akka xumuramuuf qaamolee gumaachan… Ayana Dheressa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen jala bultiirraa jalqabee ayyaanni jijjiirraa waggaa haaraa nagaan kabajamee akka xumuramuuf qaamolee…
Ispoortii Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 2ffaan har’a ni taphatamu Sifen Megersa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 2ffaan har’a taphoonni 7 ni gaggeeffamu. Taphoota Shaampiyoonsi Liigii…