Tokkummaa cimsuun waraanaa ABUT bane fashaleessaa biyyaa bu’uuressuu barbaachisa-Obbo Ordiin Badirii
Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Tokkummaa cimsuun waraanaa garee shororkeessaan ABUT bane fashaleessaa biyyaa bu’uuressuu barbaachisa jedhan Pireezidaantiin naannoo hararii Obbo Ordain…