Ambaasaaddar Baacaan erga baga gammaddanii MM Abiy Ahimad irraa ergame Wiiliyaam Ruutoof geessisan
Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) – Ambaasaaddar Baacaa Dabaleen erga baga gammaddanii MM Abiy Ahimad irraa ergame Pireezidaantii Keeniyaa haaraa filataman Wiiliyaam Ruutoof geessisaniiru.…