Ayyaanni bara haaraa nagaan xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksise
Finfinnee, Fulbaana 2, 2015 (FBC) – Ayyaanni jijjiirama bara 2015 rakkoo nageenyaa tokko malee nagaan kabajamee xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenya Biyyaalessaa beeksiseera.…