Ispoortii Piriimeer Liigii Oromiyaan Gimbiin Leeqaa injifate Sifen Megersa Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 10ffaa har’a taphatameen Bulchiinsi Magaalaa Gimbii Kilaba Leeqaa injifateera. Tapha har’a waaree booda…
Oduu biyya keessaa Waajjirri Giiftii Duree Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinneef deeggarsa taasise Sifen Megersa Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Waajjirri Giiftii Duree Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinneef qorichaalee adda addaa deeggarsa taasiseera. Waajjirichi dhaabbata miti mootummaa 'Good…
Oduu biyya keessaa “REACG DIGITAL” Itiyoophiyaatti invastimantii damee geejjibaarratti bobba’uuf fedhii akka qabu ibse Debela Tadesse Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC)- Dhaabbanni Gamtaa Emereetota Arabaa “REACG DIGITAL” Itiyoophiyaatti invastimantii kenniinsa eeyyama konkolaachisaa fi dameewwan biroorratti bobba’uuf fedhii…
Oduu biyya keessaa Daandiin Baaburaa gara milkaa’inaatti imalaa jira – Injinar Taakkalee Uumaa Sifen Megersa Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Waldaan Aksiyoonaa Geejjiba Baaburaa Itiyoo – Jibuutii daandii milkaa’inaarra jiraachuu Hojii Raawwachiisaa olaanaan dhaabbichaa Injinar Taakkalee Uumaan…
Idil Addunyaa Balaa Ibiddaa Loos Anjelesitti mudateen lakkoofsi namoota du’anii 24 qaqqabe Sifen Megersa Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Balaan Ibiddaa Ameerikaa kutaa Bulchiinsa Kaaliifoorniyaa magaalaa Loos Anjelesitti mudate hanga ammaatti lubbuu nmoota 24 galaafachuu ibsameera. Balaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa qaamolee nageenyaa 340’f manneen jireenyaa dabarse Tsehay Guluma Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC)-kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen qaamolee nagenyaa 340'f f manneen jireenyaa dabarsan. Aadde Adaanech Abeebeen gama…
Oduu biyya keessaa Guyyoottan itti aanaan uwwisni Duumeessaa fooyya’aan ni jiraata – Inistiityuuticha Sifen Megersa Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Guyyoottan itti aanaan kutaaleen biyyattii tokko tokko qilleensa Jiidhaa fi uwwisa Duumeessaa fooyya’aa kan qabaatan ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala…
Biiznasii Baankota alaa waliin dorgomuuf qophaa’aa jiraachuu baankonni biyya keessaa ibsan Debela Tadesse Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC)- Baankota alaa gara Itiyoophiyaa dhiufuun hojjechuuf jiran waliin dorgomuuf qophii barbaachisaa taasisaa jiraachuu baankonni biyya keessaa ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Ejensichi Balfa Toonii Kuma 400 fi kuma 56 ol dhabamsiise Sifen Megersa Jan 13, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Ejensiin Bulchiinsa Qulqullina magaalaa Finfinnee walakkaa Waggaa bara 2017tti balfa Toonii kuma 400 fi kuma 56 ol dhabamsiisuu beeksiise. Kana keessaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis, Poolkaagaamee waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 12, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Kiigaalitti Pireezidaantii Ruwaandaa Poolkaagaameen waliin mari'ataniiru.…