Ispoortii Tapha Arsenaal fi Atileetiikoo Maadriid… Yonatan Birhanu Oct 21, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa11, 2018 (FMC) – Sagantaa Torbee 3ffaa Shaampiyeensi Liigii Awurooppaan har’a galagala taphoonni sagal ni taphatamu. Taphoota jalqabaa har’aatiin sa’aatii 1:45…
Oduu biyya keessaa Biyyi kan ijaaramtu walharkaa fuudhiinsa dhalootaani- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Oct 21, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad biyyi kan ijaaramtu walharkaa fuudhiinsa dhalootaani jedhan. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Naannichatti kurmaana jalqabaa bara 2018 dameelee hundaan bu’aa jajjabeessan galmaa’e- Obbo Ordiin… Ayana Dheressa Oct 21, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC)-Naannoo Hararitti kurmaana jalqabaa bara 2018’tti dameelee hundaan bu’aaleen jajjabeessaan galmaa’aniiru jedhan Pirezidaantiin Naannichaa Obbo Ordiin…
Biiznasii Maamiloonni haaraan kumni 100 fi kumni 7 fayyadamoo elektirikii ta’an Yonatan Birhanu Oct 21, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa11, 2018 (FMC) – Baatiiwwan sadan jalqabaa 2018 keessa mammiloonni haaraan kumni 100 fi kumni 7 fi 191 tajaajila elektirikii argataniiru jedhe Tajaajilli Elektirikii…
Oduu biyya keessaa Hojiin misoomaa Baaleetti hojjetamu Oromiyaarra darbee biyyaaf faayidaa guddaa qaba- Dooktar… Ayana Dheressa Oct 21, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018(FMC)- Hojiin misoomaa Baaleetti hojjetamu Oromiyaarra darbee biyyaaf faayidaa guddaa kan qabudha jedhan Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Misoomaa Mootummoota…
Oduu biyya keessaa Hojiileen misoomaa Baaleetti hojjetame naannawaa hundaaf bu’uura – obbo Shimallis… Sifen Megersa Oct 20, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018 (FMC) – Hojiileen misoomaa Baaleetti hojjetame Oromiyaa qofa osoo hin taane naannawaa hundaaf bu'uura kan ta'uudha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Daandii badii cinaatti dhiisuun qabeenya kuufamaa qabnutti sirnaan fayyadamuu qabna – Obbo… Sifen Megersa Oct 20, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018 (FMC) – Daandii badii cinaatti dhiisuun qabeenya kuufamaa qabnu misoomsuu fi sirnaan fayyadamuu qabna jedhan Pireezidaantiin duraanii naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Qabeenyi Kuufamaan Baalee qofti Itiyoophiyaaf gahaadha – Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Sifen Megersa Oct 20, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018 (FMC) – Qabeenyi Kuufamaan Baalee qofti Itiyoophiyaaf gahaadha jedhan Daayrekterri Olaanaan Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen.…
Oduu biyya keessaa Hojiileen misoomaa Gaarreen Baaleetti hojjetamaa jiran qabeenya naannawichaa mul’iseera… Sifen Megersa Oct 20, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018 (FMC) – Hojiileen misoomaa Gaarreen Baaleetti hojjetamaa jiran qabeenya naannawichaa mul'iseera jedhan Hoggantoota duraanii. Hoggantoonni duraanii fi…
Oduu biyya keessaa Qabeenyi uumamaa Baalee jiru eessayyuu hin jiru – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Oct 20, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018 (FMC) – Qabeenyi uumamaa Baalee jiru addunyaarra eessayyuu hin jiru jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…