Oduu biyya keessaa Guyyaan tajaajiltummaa kabajamaa jira Ayana Dheressa Sep 9, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 4,2014(FBC)- Guutuu biyyattiitti guyyaan tajaajiltummaa hojiilee tola ooltummaan kabajamaa jira. Guyyaa tajaajiltummaa ilaalchisee hoggantoonni olaanoon Ministeerota…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad boqochuu Giiftii Eelzaabeetiif gaddi itti dhaga’amuu ibsan Sifen Megersa Sep 9, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad boqochuu Mootiitti Ingiliz Giiftii Eelzaabeet 2ffaaf gaddi itti dhaga’amuu ibsan. Mootiittiin Ingiliz…
Oduu biyya keessaa Boru magaalichatti tajaajilli geejjibaa bilisaan ni laatama Sifen Megersa Sep 8, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) –Boru Qaammee 4 guyyaa tajaajiltummaa sababeeffachuun magaalaa Finfinneetti tajaajilli geejjibaa bilisaan ni laatama jedhame. Guyyaa tajaajiltummaa kana…
Ispoortii Grahaam Pooter leenjisaa Cheelsii haaraa ta’uun muudaman Sifen Megersa Sep 8, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) –Cheelsiin leenjisaa Biraayitan kan turan Grahaam Pooter leenjisaa haaraa kilabichaa taasiisuun muuduu beeksise. Tapha Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa…
Idil Addunyaa Mootittiin Ingiliz Eelzaabeet 2ffaan boqotan Sifen Megersa Sep 8, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) –Mootittiin Ingiliz Eelzaabeet 2ffaan umrii waggaa 96ffaa isaanitti addunyaa kanarraa du'aan boqotan. Mootiittiin Ingiliz Eelzaabeet 2ffaan Waggaa 70'f…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan karoora qabeenya jijjiirrama qilleensaa waggaa 10 milkeessuuf ni hojjetti –… Sifen Megersa Sep 8, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan karoora Eeggumsa naannoo fi qabeenya jijjiirrama qilleensaa waggaa 10 milkeessuuf xiyyeeffannoon kan hojjettu ta'uu Ministirri Pilaanii fi…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Fayyaa deeggarsa meeshaalee barnootaa Biiroo Barnootaa Finfinneef gumaache Debela Tadesse Sep 8, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Ministeerri Fayyaa meeshaalee barnootaa dhaabbilee itti waaamamtootaa fi hojjettootaarraa walitti qabee Biiroo Barnootaa Finfinneef gumaacheera.…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen ABUT cina dhaabbatan walitti bu’iinsicha babal’isaa jiru-Alistar Toomsan Debela Tadesse Sep 8, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Dhaabileen miidiyaa idil addunyaa tokko tokko gabaasa dogoggoraa walitti bu’iinsa kutaa Kaabaa Ityoophiyaatti itti fufe, caalaatti walxaxaa taasisaa…
Oduu biyya keessaa Fulbaana 1 eegalee hojjettoonni Pirooviidanti Fandii fayyadamaa turan karoora Soorama hordofu Sifen Megersa Sep 8, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Fulbaana 1 eegalee hojjettoonni Pirooviidanti Fandii fayyadamaa turan hojmaata karoora Sooramaa kan hordofan ta’uu Bulchiinsi Wabii Hawaasummaa…
Oduu biyya keessaa Godinaalee fi Magaalonni Oromiyaa deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf taasisan Debela Tadesse Sep 8, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Godinaaleefi Magaalonni Naannoo Oromiyaa deeggarsa gosa garaagaraa Raayyaa Ittisa Biyyaatiif taasisaniiru. Deeggarsi taasifames Sangoota kuma 1 fi 329,…