Oduu biyya keessaa Haadha ogummaa agartuu dhabuun hindaangessine… Yonatan Birhanu Jun 25, 2025 0 Finfinnee, Waxabajii 18, 2017 (FMC) – Balaa tasaa umurii waggaa 8tti ishee mudateen agartuu ishee dhabde. Miidhaa yeroo sana irra ga’e har’a yaadattee bal’inaan ibsuu baattus, humna…
Oduu biyya keessaa Hojiileen miidiyaa haala yeroofi faayidaa biyyaalessaan murtaa’uu qabu- Obbo Zaadiig Abrahaa Ayana Dheressa Jun 25, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2017 (FMC)- Miidiyaaleen qabiyyeewwan hojjetan irratti jijjiiramoota hubachuu qabu jedhan Pireezidaantiin Akkaadaamii Hoggansaa Afrikaa obbo Zaadiig Abrahaan.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Miseensa waljijjiirraa odeeffannoo uummataa ijoo Dhaabbata Siiviil Aviyeeshinii… Ayana Dheressa Jun 25, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan waraqaa ragaa Miseensa waljijjiirraa odeeffannoo uummataa ijoo Dhaabbata Siiviil Aviyeeshinii Idil-addunyaa (PKD) ta’uu ishee mirkaneessu…
Biiznasii Nyaanni Loonii akka malee qaala’uu hordofee aannan oomishuu dhaabuuf dirqamaa jirra –… Sifen Megersa Jun 25, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2017 (FMC) – Nyaanni Loonii akka malee qaala'uu hordofee aannan oomishuu dhaabuuf dirqamaa jirra jedhan jiraattoonni Godina Shawaa Kaabaa. Gatii aannanii caalaa…
Oduu biyya keessaa Miidiyaalee dhugaa bu’uureffachuun hanqina jiru mul’isuuf hojjetan deggeruuf qophii dha Yonatan Birhanu Jun 25, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17 2017(FMC) - Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad mootummaan miidiyaalee dhugaa bu’uureffachuun hanqina jiru mul’isuuf hojjetan deggeruuf yeroo kamuu…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen guddina biyyaa mirkaneessuu fi mul’ata biyyaa dhugoomsuuf haqaan hojjechuu qabu –… Yonatan Birhanu Jun 25, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Miidiyaaleen faayidaa biyyaalessaa giddugaleessa godhachuun galma guddinaa Itiyoophiyaan qabatte dhugoomsuuf ga’ee isaanii ba’uu qabu jedhan Ministirri…
Oduu biyya keessaa Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaaseen Afrikaatti gorsaa Olaanaa Pirezidaanti Tiraampi wajjin… Yonatan Birhanu Jun 24, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) - Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsqasillaaseen Afrikaatti gorsaa Olaanaa Pirezidaanti Tiraampi Maasaad Boloos waliin mari’ataniiru. Maree kana yaa’ii…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Ferderaalaa Itiyoophiyaa hoggansa hojiitii filatamaatiin badhafame Yonatan Birhanu Jun 24, 2025 0 Poolisiin FerderaalFinfinnee, oWaxabajjii 17, 2017 (FMC) - Poolisiin Ferderaalaa Itiyoophiyaa guyyaa Siivil Sarvisii Afirikaa irratti badhaasa dhaabbata hoggansa hojii filatamaatiin…
Ispoortii Adaamaan gara liigii olaanootti gadi bu’e Sifen Megersa Jun 24, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Kilabni Kubbaa Miilaa bulchiinsa magaalaa Adaamaa gara Liigii olaanootti gadi bu’e. Bara 2017 Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa keessatti hirmaachaa kan…
Fayyaa Magaalaa Dabra Birhaanitti haati tokko daa’imman afur ofkalte Ayana Dheressa Jun 24, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC)- Yuuniivarsiitii Dabra Birhaan Hospitaala Hakiima Gizaawutti haati tokko si’a tokkotti daa’imman afur ofkalte. Hospitaalichatti ogeessi fayyaa…