Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Paarkii Ispoortii Addis eebbisan Ayana Dheressa Apr 4, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Paarkii Ispoortii Addis eebbisaniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa…
Oduu biyya keessaa Waggoottan shanan dhufanitti Itiyoophiyaan qoricha ishee gahu oomishuu qabdi- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Apr 4, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2018 (FMC) - Waggoottan shanan dhufanitti Itiyoophiyaan qoricha ishee gahu oomishuu qabdi amantaa jedhuun hojjechaa jirra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Oduu biyya keessaa Xaa’oo Biyyee yeroon qonnaan bultoota biraan gahuuf hojjetamaa jira Ayana Dheressa Apr 4, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2018 (FMC) - Xaa’oo biyyee yeroon qonnaan bultoota biraan gahuuf hojjetamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa Obbo Addisuu Araggaan. Ministeerri Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Qorannoo ammayyaa eebbisuun hojii eegalchisan Ayana Dheressa Apr 4, 2026 0 Finfinnee, Bitooteessa 26, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad giddugala Qorannoo ammayyaa eebbisuun hojii eegalchiisaniiru. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Teeknooloojii Giddugala Tajaajila Tokkoo rakkoo Bulchiinsaa furaa jiru… Tsehay Guluma Apr 4, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2018 (FMC) – Giddugalli Tajaajila tokkoo sadarkaa aanaatti jalqabuun kutannoo mootummaan rakkoo bulchiinsa gaarii furuuf qabu kan agarsiisuudha jedhan Waajjira…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Arsii Barattoota kuma 1 ol eebbisise Tsehay Guluma Apr 4, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2018 (FMC) - Yuunivarsiitin Arsii Barattoota muummee Barnootaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 16 eebbisiiseera. Yuunivarsiitichi barnoota sagantaa idilee…
Idil Addunyaa Iraanifi Ameerikaan waahila balaliisaa Jettii Waraanaa argachuuf walmorkaa jiru… Tsehay Guluma Apr 4, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2018 (FMC) -Iraanii fi Ameerikaan waahila balaliisaa Jettii Waraanaa Ameerikaa F- 15 jedhamu Iraan kaleessa kuffiste argachuuf walmorkaa jiraachuun ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Filattoonni miiliyoonni 36 fi kumni 900 ol galmaa’an – Boordicha Sifen Megersa Apr 3, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2018 (FMC) -Hanga Bitootessa 24tti filattoonni miiliyoonni 36 fi kumni 900 fi kumni 71 ol filannoo waliigalaa 7ffaaf galmaa'an jedhe Boordiin Filannoo Biyyaalessaa…
Oduu biyya keessaa Diinagdee dhiibbaa dandamatu ijaaruu keessatti qonni gahee olaanaa bahataa jira – Obbo Addisuu… Sifen Megersa Apr 3, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2018 (FMC) -Diinagdee dhiibbaa dandamatu ijaaruu keessatti qonni gahee olaanaa bahataa jira jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Addisuu Araggaan. Godina…
Teeknooloojii Itiyoo Teeleekoom magaalaa Adaamaatti buufata Chaarjessa Konkolaataa Elektirikaa hojii eegalchiise Sifen Megersa Apr 3, 2026 0 Itiyoo Teeleekoom magaalaa Adaamaatti buufata Chaarjessa Konkolaataa Elektirikaa hojii eegalchiise Finfinnee, Bitootessa 25, 2018 (FMC) -Itiyoo Teeleekoom yeroo jalqabaaf Finfinneen…