Oduu biyya keessaa Fooramiin Xaanaa har’a Magaalaa Bahiirdaaritti taa’ama Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Fooramiin Xaanaa 11ffaan har’a Magaalaa Bahiirdaaritti taa’ama. Fooramnichi mata duree ‘Afrikaa Sirna jijjiiramaa Addunyaa waliin’ jedhuun…
Biiznasii Baatiwwan sadan darban galiin Birriin biiliyoonni 300 fi biiliyoonni 23 walitti qabame Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Bara baajataa 2018 keessa baatiwwan sadan darban galiin Birriin biiliyoonni 300 fi biiliyoonni 23 walitti qabame jedhan Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa galmoota gama hawaasummaan qabate keessaa tokko dhaloota saanyinsii fi… Tsehay Guluma Oct 23, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa galmoota gama hawaasummaan qabate keessaa tokko dhaloota saanyinsii fi teknooloojiin dorgomaa ta’e uumudha jedhe…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Harar Fooramii Diinagdee Addunyaa irratti beekamtii argatte Tsehay Guluma Oct 23, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 13, 2018 (FMC) - Harar magaalaa xuraawaa pilaastikaa irraa bilisoomsuuf inisheetiivii egalameen fooramii dinagdee addunyaa irratti beekamtii argatteetti jedhan…
Oduu biyya keessaa Bara 2018 Diingadeen Itiyoophiyaa % 10.2 ni guddataan eegama Tsehay Guluma Oct 23, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – Bara baajataa 2018 keessa Diingadeen Itiyoophiyaa % 10.2 ni guddataan eegama. Manni Maree Ministirootaa raawwii karooraa hojii guyyoota 100'n…
Oduu biyya keessaa Haala qabatamaa diinagdee Addunyaan Itiyoophiyaan cimina addaa fi guddina saffisaa argamsiiste- WMM Tsehay Guluma Oct 23, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – haala qabatamaa diinagdee Addunyaan Itiyoophiyaan cimina addaa fi saffiisa guddinaa argamsifteetti jedhe Waajjirri Ministira Muummee. Manni Maree…
Oduu biyya keessaa Godinaalee oomishaaleen sassaabbiif hin geenyetti hojiin kunuunsaa fi eegumsa midhaanii hojjetamaa… Sifen Megersa Oct 23, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – Godinaalee oomishaaleen sassaabbiif hin geenyetti hojiin kunuunsaa fi eegumsa midhaanii hojjetamaa jira jedhe Biiroon Qonnaa Oromiyaa. Yeroo ammaa…
Oduu biyya keessaa Sosochiin Itiyoophiyaan haa oomishtuu bu’a qabeessummaa indaastiriiwwanii mirkaneessaa jira- Obbo… Ayana Dheressa Oct 23, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 13, 2018(FMC)- sosochiin Itiyoophiyaan haa oomishtuu bu’a qabeessummaa indaastiriiwwanii mirkaneessaa jira jedhan Af-yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo…
Ispoortii Buna Itiyoophiyaa 2 – 1 Nageellee Arsii Sifen Megersa Oct 23, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 2ffaan Bunni Itiyoophiyaa Nageellee Arsii injifate. Bunni Itiyoophiyaa galchii 2 fi 1’n Nageellee…
Oduu biyya keessaa Godinichatti balaa Konkolaataa mudateen lubbuun namoota 9 darbe Sifen Megersa Oct 23, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – Godina Shawaa Bahaa Aanaa Boosatiitti balaa Konkolaataa mudateen lubbuun namoota 9 darbe. Konkoolataan deddeebisa ummaataa Isuuzuu jedhamu…