Oduu biyya keessaa ‘Daa’imman deeggaruun egeree ijaaruudha – BDhDDO Sifen Megersa Aug 29, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2014 (FBC) – Biiroon Dhimma Dubartootaafi Daa'immanii Oromiyaa daa'imman maatii harka qalleeyyii deeggaruuf seektaroota waliin hojii tajaajila lammummaa eegale.…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Koorporeeshinii Bishaanii Kooriyaa Kibbaa waliin waliigaltee walta’iinsa mallatteesse Ayana Dheressa Aug 29, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Ministeerri Bishaanii fi Inarjii, Koorporeeshinii Bishaanii Kooriyaa Kibbaa waliin waliigaltee walta’iinsaa mallatteesseera. Waliigaltecha, Ministira…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad warshaa qorichaa Aljeersitti argamu daawwatan Sifen Megersa Aug 29, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad warshaa qorichaa Saayidaal kan magaalaa Aljeersitti argamu daawwataniiru. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Faayidaa biyyaalessaa fi birmadummaa biyyaa kabachiisuun dirqama ijoo Raayyaa Ittisaa ta’uu ibsame Sifen Megersa Aug 29, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2014 (FBC) – Raayyaan Ittisaa haala waqtaawaa ilaalchisee bakka buutoota hawaasa idil addunyaaf ibsa taasiiseera. Hoggantoota waraanaa fi nageenyaa biyyoota…
Idil Addunyaa Paaksitaanitti balaa lolaatiin lubbuun namoota 1061 darbe Ayana Dheressa Aug 29, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Baatii Waxabajjii irraa eegalee Paakistaanitti balaa lolaatiin lubbuun namoota kuma 1 fi 61 darbuu gabaafame. Balichaan namoonni miiliyoona 33 ol…
Oduu biyya keessaa Humni qilleensichaa Ityoophiyaa kabachiisuuf qophaa’ummaa olaanaarratti argama- L/J Yilmaa Mardaasaa Ayana Dheressa Aug 29, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Humni qilleensaa Ityoophiyaa wareegama kaffalamuu qabu hunda kaffaluun biyyattii kabachiisuuf sadarkaa qophaa’ummaa olaanaarratti kan argamu ta’uu Ajajaa…
Biiznasii Baankichi maamiltoonni waliindhooftootarraa akka of qusatan akeekkachiise Sifen Megersa Aug 29, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2014 (FBC) – Baankiin Daldala Ityoophiyaa maamiltoonni waliindhooftootarraa akka of qusatan akeekkachiiseera. Sagantaalee badhaasaa sababeeffachuun…
Fayyaa Biriichii bara 2014tti Piroojektoota 926 ijaaruu ibse Ayana Dheressa Aug 29, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Biiroon Fayyaa Oromiyaa bara baajataa 2014tti piroojektoota 926 ijaaree xumursiisuu ibseera. Biirichi raawwii bara 2014 fi karoora 2015 irrattii ibsa…
Ispoortii Fiigicha Maaraatoonii eda gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aan Sifen Megersa Aug 29, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2014 (FBC) – Fiigicha Maaraatoonii halkan edaa biyyoota garaagaaraatti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aniiru. Walakkaa maaraatoonii Intiriimitti…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad golaambaa wareegamtootaa Aljeers daawwatan Ayana Dheressa Aug 29, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad daawwannaa hojii Aljeeriyaatti taasisaa jiraniin golaambaa wareegamtootaa magaalaa Aljeersitti argamu daawwatan. Muummeen…