Tarkaanfii mootummaan federaalaa birmadummaa biyyaa kabachiisuuf fudhatu nan deeggara-MNO
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Tarkaanfii mootummaan federaalaa birmadummaa biyyaa kabachiisuuf fudhatu hundaaf deeggarsa barbaachisaa kan taasisu ta’uu Mootummaan Naannoo Oromiyaa…