Ispoortii Ityoophiyaa 0 – Ruwaandaa 0 Ayana Dheressa Aug 26, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Tapha gulaalli Chaan Ityoophiyaa fi Ruwaandaa gidduutti Taanzaaniyaa Dareesalaamiitti gaggeeffameen 0 fi 0 qixa ba’aniiru. Taphni jalqabaa gulaallii…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Federaalaa ergama biyyaalessaa itti aanuuf bobba’uu ibse Debela Tadesse Aug 26, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Poolisiin Federaala miiraa haaraa fi kaka’uumsaan fi tokkummaan ergama biyyaalessaa itti aanuuf bobba’uu ibseera. Dhaabbatichi raawwii hojii 2014 bakka…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 66 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an Sifen Megersa Aug 26, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 66 gara biyyaa deebi’aniiru. Deebitoota keessaa 12…
Biiznasii Ityoophiyaan oomisha foonii, kuduraa fi muduraa ishee chaayinaatti erguuf karooraa qabaachuun ibsame Debela Tadesse Aug 26, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan oomishaalee akka muuzii, avokaadoo fi maangoo akkasumas oomisha foonii gara Chaayinaatti erguuf karoora akka qabdu ibsame. Karooricha kan…
Oduu biyya keessaa Konkolaataan boba’aa fe’ee ABUTtiif dabarsuuf ture to’atame Ayana Dheressa Aug 26, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Konkolaataan fe’umsaa boba’aa fe’ee adda waraanaa ABUT banetti dabarsuuf ture to’atamuu Raayyaan Ittisaa beeksiise. Konkolaatichi boba’aa Naafxaa…
Oduu biyya keessaa Qorannoon fooyyessii beenyaa gaggeefamaa jira jedhame Debela Tadesse Aug 26, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Qorannoon fooyyessii beenyaa qonnaan bultoota maqaa misoomaan lafa isaaniirraa kaafamanii gaggeeffamaa jiraachuu Biiroon Lafaa Oromiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan iddoolee filatamoo humna waraanaa ABUT kan haleelu ta’uu beeksiise Sifen Megersa Aug 26, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Mootummaan iddoolee filatamoo humna waraanaa ABUT kan haleelu ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise. Mootummaan hanga ammaatti…
Oduu biyya keessaa Hawaasni idil addunyaa garee Shororkeessaa ABUTiin gara daandii nageenyaatti fiduu qaba- Mootummaa Ayana Dheressa Aug 26, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Daandiin nageenyaa akka hin cufamneef hawaasni idil addunyaa garee Shororkeessaa ABUTiin gara daandii nageenyaatti fiduu akka qabu Tajaajilli…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti namoonni sanadoota sobaa qopheessan 13 to’ataman Ayana Dheressa Aug 26, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfaa sanadootaafi ragaalee sobaa qopheessaa turan 13 to’atamuu Poolisiin Magaalichaa ibse. Namoota kanneen keessaa 7…
Oduu biyya keessaa Dubartoota beekumsaa qaban horachuun dhimma dursuu qabudha- Pireezidaant Saahilawarq Ayana Dheressa Aug 26, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Dubartoota beekumsaa fi ofitti amanamummaa qaban horachuun dhimma dursuu qabudha jedhan Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen. Sagantaan leenjii…