Oduu biyya keessaa Godina Wallagga Lixaatti hojiin misooma Sululaa eegale Obse Wakgari Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaa godina Wallagga Lixaatti hojiin misooma Sululaa 484 bu’ureeffatee hojii kunuunsa qabeenya uumamaan eegaluu Waajjirri Qonnaa godinicha…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni olaanoon mana marichaa dhimmoota waqtaawaa fi biyyaaleessaarratti mari’achaa jiru Sifen Megersa Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) - Hoggantoonni olaanoon Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa dhimmoota waqtaawaa fi biyyaaleessaarratti mari’achaa jiru. Mata duree…
Fayyaa Hospitaalli sadarkaa jalqabaa Axaayyee sababa waraanaatin barbadaa’ee gariin tajaajila laachuu… Obse Wakgari Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)- Hospitaalli sadarkaa jalqabaa Axaayyee sababa waraanaatin barbadaa’ee gariin tajaajila laachuu eegalu ibsameera. Hoji gaggeessaan hospitaalicha obbo…
Oduu biyya keessaa Labsii yeroo ariifachiisaa daheeffachuun Poolisoota yakka malaammaltummaa raawwatanirratti himanni… Sifen Megersa Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) - Labsii yeroo ariifachiisaa daheeffachuun Poolisoota faayidaa hin malle argachuuf yakka malaammaltummaa raawwachuun shakkamanirratti himanni…
Oduu biyya keessaa Godina Walloo Kibbaa Magaalaa Dassee fi Hayiqitti barnoonni eegalame Sifen Megersa Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) – Godina Walloo Kibbaa Magaalaa Dassee fi Hayiqitti barnoonni sababa weerara garee shororkeessaa ABUTtiin adda cite ture eegalameera.…
Idil Addunyaa Biyyoonni Shanan meeshaalee waraanaa Niikleeriin waldorgomuu dhaabuuf walii galan Sifen Megersa Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) – Biyyoonni Shanan meeshaalee waraanaa Niikleerii hidhatan meeshichaan waldorgomuurraa of qusachuuf waliigaluu ibsa waloo baasaniin eeraniiru.…
Oduu biyya keessaa Qaamoleen garaagaraa Birrii miiliyoona 14.4 olitti tilmaamamu Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaan Sifen Megersa Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) – Qaamoleen garaagaraa Birrii miiliyoona 14.4 olitti tilmaamamu Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru. Dhaabbanni Maxxansaa Birihaanii…
Oduu biyya keessaa Miseensoonni diyaaspooraa naannoo Affaar aanaa Cifraatti lammiilee waraanaa miidhaman daawwatan Obse Wakgari Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)- Miseensoonni diyaaspooraa naannoo Affaar aanaa Cifraatti lammiilee waraanaa miidhaman daawwataniiru. Gareen shororkeessaa ABUT naannoo Affaar seenuun…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii hoggantoota kutaa Magaalaa Finfinnee fi aanoleen gaggeeffamaa ture xumurame Obse Wakgari Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)- Waltajjiin marii hoggantoota sadarkaa kutaa Magaalaa Finfinnee fi aanoleerra jiraniin gaggeeffamaa ture xumurameera. Waltajjichi guyyoota sadiif…
Oduu biyya keessaa Aanaa Adaamaatti hojiin kunuunsa qabeenya uumamaa jalqabe Obse Wakgari Jan 4, 2022 0 =Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamaatti hojiin kunuunsa qabeenya uumamaa jalqabameera. Itti gaafatamaa waajjira aanichaa Obbo Mokonnin Booraa ,qabeenyi…