Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Sidaamaa yaa’ii Idilee 3ffaa gaggeessuu eegale Sifen Megersa Aug 26, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Sidaamaa yaa’ii Idilee 3ffaa waggaa 1ffaa gaggeessuu eegaleera. Yaa’ichaan gabaasni raawwii hojii bara 2014…
Oduu biyya keessaa Hojiilee qulqullina barnootaa fooyyessuuf eegalaman nan deeggara- Kaanaadaa Ayana Dheressa Aug 26, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti hojiilee qulqullina barnootaa fooyyessuuf eegalaman kan deeggaru ta’uu mootummaan Kaanaadaa beeksise. Ministirri Ministeera Barnootaa…
Oduu biyya keessaa ABUT hojiilee deeggarsa namoomaa akka kabaju USAID yaadachiise Ayana Dheressa Aug 26, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – ABUT hojiilee deeggarsa namoomaa akka kabaju Hoggantuun USAID Saamaantaa Paawor yaadachiisaniiru. USAID saamicha boba’aa ABUT raawwate kan balaaleffatu…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti dambiin daballii kiraa Manaa dhorkuuf ba’e baatii 6f dheerate Ayana Dheressa Aug 26, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Dambiin daballii kiraa manaa dhorkuuf ba’e baatii 6f dheerachuu ibsameera. Baatiwwan jahan itti aananiif gatii kiraa manaa…
Oduu biyya keessaa ABUT baala sammuu hadoochu Tigiraayiin galchuuf ture to’atame Debela Tadesse Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT baala sammuu nama hadoochu karaa Afaariin Naannoo Tigiraayiin galchuuf ture kuntaalli hedduun eeruu ummataa fi hordoffii…
Oduu biyya keessaa Kaabineen Naannoo Gaambeellaa murteewwan garaagaraa dabarse Debela Tadesse Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Gaambeelaa walga’ii ariifachiisaa kaabinee gaggeesseen murteewwan garaagaraa dabarseera. Walga’ichaan ajandaawwan sadiirratti kan…
Oduu biyya keessaa Saamichi ABUT raawwate ummata Tigiraay rakkoo hamaaf kan saaxilu ta’uu Sagantaan Nyaata Addunyaa… Debela Tadesse Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Hidhattoonni ABUT mankuusaa Sagantaa Nyaata Addunyaa keessaa saamichi raawwate Ummata Tigiraay rakkoo hamaaf kan saaxilu ta’uu dhaabbatichi beeksiseera.…
Waajabila Faanaa Sammuu qaroo harka bombiin dhabe Debela Tadesse Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Bara 2008 boombii lafaa argee osoo gaggalaggalchee ilaaluu boombiin harkitti dhohuun qaama isaa irra miidhaa olaanaan ga'e. Gara Hospitaalatti…
Oduu biyya keessaa DhMG misooma qindaawaa nageenya lammiilee mirkaneessu akka hojjetu gaafatame Debela Tadesse Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Koomishinarri Koomishinii Hogganaa Sodaa Balaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Shifarraa Takilamaariyaam, Ityoophiyaatti gareen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Oosmaan Diiyoon waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Afrikaa Bahaa fi Kibbaatti Daayrektara Baankii Addunyaa Oosmaan Diiyoon waliin…