Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 977 Saa’ud Arabiyaarraa biyyatti deebi’an Debela Tadesse Jun 6, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa lammiileen Ityoophiyaa 977 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Giifti Dureen Zinnaash Taayyaachaw magaalichatti haaromsa manaa miseensota hawaasaa dhibee juuzamiif… Ayana Dheressa Jun 6, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Giifti Dureen Zinnaash Taayyaachaw magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Kolfeetti haaromsa manaa miseensota hawaasaa dhibee juuzamiif saaxilaman fayyadamoo…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Oduu Ityoophiyaa marsaa 2ffaan kitaabilee 2000 Mana Kitaabaa Abirhootiif arjoome Debela Tadesse Jun 6, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Tajaajilli Oduu Ityoophiyaa dameelee 38 akka biyyattiitti qabuu fi namoota dhuunfaarraa kitaabilee walitti qabe kuma lama Mana Kitaabaa Abirhootiif…
Fayyaa Daawwannaan damee fayyaan hariiroo Ityoophiyaa fi Ruwaandaa cimsuurratti kaayyeffate gaggeeffame Ayana Dheressa Jun 6, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Daawwannaan damee fayyaan hariiroo Ityoophiyaa fi Ruwaandaa cimsuurratti kaayyeffate gaggeeffamuu ibsame. Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti afaanota 53’f sirni barreeffamaa qophaa’ee sirna baruu fi barsiisuuf… Debela Tadesse Jun 6, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti afaanota 53’f sirni barreeffamaa qophaa’ee sirna baruu fi barsiisuuf hojiirra ooluu isaanii Ministeerri Aadaa fi Ispoortii ibse.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf biqiltuun biiliyoonni 4.6 ol qophaa’uu… Ayana Dheressa Jun 6, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Oromiyaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf biqiltuun biiliyoonni 4.6 ol qophaa'uu Biiroon Qonnaa naannichaa ibseera. Naannichatti Sagantaa…
Fayyaa Dirree Dhawaatti Wajabajjii 2 eegalee talaalliin Vaayiraasii koronaa marsaa 3ffaan ni kennama Debela Tadesse Jun 6, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaatti Waxabajjii 2, 2014 eegalee talaalliin weerara vaayirasii koroonaa marsaa 3ffaan akka kennamu Biiroon Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Yakkoota dinagdee biyyaa miidhaan ittisuuf tarkaanfii fudhatameen Birriin miiliyoonni 16 ol… Debela Tadesse Jun 6, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Yakkoota dinagdee biyyaa miidhaan ittisuuf tarkaanfii seeraa fudhatameen Birri Miiliyoona 16 baraaruun akka danda’ame Biiroon Abbaa Alangaa Waliigala…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti ijaarsa gamoowwan dabalataa mana barumsaa Jaarraa Abbaa Gadaaf dhagaan bu’uuraa kaa’ame Ayana Dheressa Jun 6, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ijaarsa gamoowwan dabalataa mana barumsaa Jaarraa Abbaa Gadaaf dhagaa bu’uuraa kaa’aniiru. Manni…
Oduu biyya keessaa Humna dargaggootaa kan nu dhabsiisu daddabarsaa namootaa seeraan alaa ittisuu qabna- Obbo Jaanxiraar… Debela Tadesse Jun 6, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Humna oomishaa kan ta’e humna dargaggootaa kan miidhu daddabarsa namootaa seeraan alaa ittisuu qabna jechuun Itti Aanaan Kantiiba Magaalaa Finfinnee…