Oduu biyya keessaa Godina Goojjam lamaatti shakkamtoonni 1122 to’ataman Sifen Megersa May 27, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuu hojjetamaa jiruun Godina Goojjam Lixaa fi Bahaatti shakkamtoonni kumni 1 fi 122 seeratti dhiyaachuu…
Idil Addunyaa Raashiyaa kophaatti baasuuf biyyoonni yaalan of dhamaasaa jiru-Putiin Sifen Megersa May 27, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) - Raashiyaa kophatti baasuuf biyyoonni yaalaa jiran of dhamaasaa jiru jedhan Preezdaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin. Putiin fooramii…
Oduu biyya keessaa Balaa tiraafikaa mudateen Lubbuun haadhaa fi ilmaa darbe Sifen Megersa May 27, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaatti balaa konkolaataa dhaqqabeen lubbuun haadhaa fi Ilmaa darbuu Waajjirri Poolisii Aanaa Xaarmaa Barri beeksise.…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Geejjibaa fi Loojastiksii fi Sagantaan Nyaataa Addunyaa tumsa waliinii cimsuuf… Sifen Megersa May 27, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeeraa Geejjibaa fi Loojistiksii Aadde Daagmaawiti Magos Ityoophyaatti haaraa kan muudaman Daayrektara Itti Waamamaa Sagantaa…
Oduu biyya keessaa Proojektiin Raabsa Humna Elektirikaa magaalaa Shaambuu tajaajila laachuu eegale Sifen Megersa May 27, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Ijaarsi Proojektii Raabsa Humna Elektirikaa magaalaa Shaambuu Abbaan Kiiloo Vooltii 230 xumuramuun tajaajila laachuu eegaluu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Nageenya Naannoo Kibbaa marii ariifachiisaa gaggeessaa jira Sifen Megersa May 27, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Naannoo Kibbaa walga’ii ariifachiisaa dhimmoota waqtaawaa nageenya naannichaarratti Magaalaa Walaayittaa Sooddootti…
Oduu biyya keessaa Feestivaalli Aadaa fi Zumbaaraa Magaalaa Asoosaatti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa May 27, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) - Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Feestivaalli Aadaa fi Zumbaaraa Magaalaa Asoosaatti gaggeeffamaa jira. Feestivaalicharratti mariin…
Oduu biyya keessaa Konfiransiin Guddina Barnoota Herrega Itoophiyaarrattii fuulleffatee gaggeeffamaa jira Sifen Megersa May 27, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Guddina Barnoota Herregaa Itoophiyaa maal irra akka jiruu fi yaadama fuulduraa gosa barnooticharratti konfiraansiin fuulleffate Yuunvarsiitii…
Oduu biyya keessaa Biirichi proojektoota bishaan dhugaatii garaagaraa ijaaruuf dhaabbilee ijaarsaa waliin waliigale Sifen Megersa May 27, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) - Biiroon Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa proojektoota bishaan dhugaatii qulqulluu Oromiyaa iddoowwan garaagaraatti ijaaruun hawaasaaf dhiyeessuuf…
Oduu biyya keessaa Baankonni invastimantii fi dhaabbileen idil addunyaa qabeenyaa isaaniin gabaa sanadaa Ityoophiyaa… Sifen Megersa May 27, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) - Baankonni invastimantii fi dhaabbileen Idil addunyaa qabeenya isaaniin gabaa sanadaa Ityoophiyaa keessatti hirmaachuuf fedhii qaban argisiisaa…