Oduu biyya keessaa Magaalaa Baatuutti meeshaaleen Shiishaa gubaman Obse Wakgari Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)-Bulchiinsa magaalaa Baatuutti sakatta'iinsa yeroo garaagaraa taasifameen meeshaalee Shiishaa dargaggoota badii garaagaraatiif kakasan gubateera.…
Oduu biyya keessaa Rasaasni kumni 19 ol karaa seeraan alaa daddabarfamaa ture to’annaa jala oole Obse Wakgari Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)-Rasaasni kumni 19 fi 447 fi shugguxiin 3 ka’umsa isaa naannoo Amaaraa iddoowwan adda adda taasisuun karaa seeraa ala daddabarfamaa ture to’anna jala…
Oduu biyya keessaa Nageenya saaybari eeguuf mariin gaggeeffame Obse Wakgari Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Barnoota Proofeeser Birhaanuu Naggaa dhimmota nageenya saaybarii eegsisuuf dandeessisaan irratti waloon hojjechuuf hoggantoota…
Biiznasii Lafti Heektarri kumni dhibbi 2 fi kumni 22 fi 740 sanyii mi’eessituwwaniin uuwwifame Obse Wakgari Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Ityoophiyaattii Lafti Heektarri kumni dhibbi 2 fi kumni 22 fi 740 sanyii mi’eessituwwaniin uuwwifamu ibsameera. Addunyaarratti biyyoota…
Oduu biyya keessaa Leenjiin dargaggoota mata duree ”Gahee dargaggootaa nageenya biyyaaf” jedhun… Obse Wakgari Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Leenjiin dargaggoota mata duree ''Gahee dargaggootaa nageenya biyyaaf'' jedhun gaggeeffamaa jira. Leenjiichi dargaggoota…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa wixinee labsii lama raggaasiise Sifen Megersa Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii ariifachiisaa 1ffaa bara hojii 1ffaa marsaa 6ffaa har’a gaggeesseen wixinee labsii lama sagalee caalmaan…
Oduu biyya keessaa Godina Arsiitti fooyya’insa proojektii bishaan dhugaatii Egoo-Lolee eegaluuf waliigalteen… Obse Wakgari Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Godina Arsiitti fooyya’insa proojektii bishaan dhugaatii Egoo-Lolee eegaluuf waliigalteen mallattaa’eera. Fooyya’insi proojektii bishaan dhugaatii…
Oduu biyya keessaa Biirichii fi Abbaan Taayitichaa waliigaltee hojii waliif mallatteessan Sifen Megersa Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa fi Abbaan Taayitaa Saayinsii fi Teeknoolojii Oromiyaa waliigaltee hojii waliif mallatteessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Yakkamaan Aagituu Guddataa ajjeese adabbii cimaa waggaa 20 adabame Obse Wakgari Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Manni Murtii Tireentoo dhaddachaa guyyaa kaleessaa ooleen yakkamaa dhalattuu Ityoophiyaa kan taatee Aagituu Guddataa mana isheetti burruusan haleeluun…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Keeniyaan humnoota badii naannoo daangaa biyyoota lamaanii socho’an waloon ittisuuf… Sifen Megersa Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Keeniyaan humnoota badii naannoo daangaa socho’an waloon ittisuuf kan hojjetan ta’uu hoggantoonni olaanoon damee…