Torbee kana deeggarsi namoomaa Tooniin kumni 10 naannoo Tigraay qaqqabe – Sagantaa Nyaata Addunyaa
Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) – Torbee kana deeggarsi namoomaa Tooniin kumni 10 naannoo Tigraay qaqqabuu Sagantaan Nyaata Addunyaa beeksiise.
Dhiyeessiin deeggarsa…