Oduu biyya keessaa Qaala’iinsa jireenyaa hir’isuuf hojjetamaa jira Obse Wakgari Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Qaala’iinsa jireenyaa hir’isuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksiseera. Tibba kana Finfinnee fi…
Oduu biyya keessaa Abbootii qabeenyaa Turkii waliin Invastimantii oomisha Xaa’oo irratti tumsaan hojjechuuf waliigalame Sifen Megersa Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa Turkii Invastimantii oomisha Xaa’oo irratti mootummaa waliin tumsaan hojjechuuf adeemsa Warshaa dhaabuu eegaluuf…
Oduu biyya keessaa Dooktar Fitsuum Asaffaa hogganaa Inistiityuutii Groowz Griin Gloobaal waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsuum Asaffaa daayreektara Inistiityuutii Groowz Griin Gloobaal Afrikaa fi Awrooppaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa Siinoodoosi dhaabbii mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo waliin mari’ate Sifen Megersa Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Siinoodoosii dhaabbii mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii Tawaahidoo waliin mari’ateera. Dhimma…
Idil Addunyaa Muddama Yuukreen tasgabbeessuf Raashiyan marii dabalataaf qophii ta’uu beekksiifte Sifen Megersa Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Muddama yeroo ammaa Yuukreen keessa jiru tasgabbeessuuf Raashiyaan marii dabalataaf qophii ta’uu beekksiifteerti. Shaakkalli waraanaa…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa har’a Balallii Tookiyoo – Naaraataan kallattiin ni eegala Sifen Megersa Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa har’a Tookiyoo – Naaraataanitti ballallii kallattii kan eegalu ta’uu beeksise. Daandiin Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Magaaloonni qulqullina magaalaatin raawwii gaarii galmeessan 15 badhaafaman Obse Wakgari Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Sagantaa babaldhinaa bu’uuraalee misooma magaaloota 2ffaan sadarkaa biyyoolessaatti magaaloota qulqullina magaalaatin raawwii gaarii galmeessisaan 15…
Oduu biyya keessaa Meeshaan waraanaa adda addaa kumni 18 ol seeraan ala daddabarfamaa ture to’annaa jala oole Obse Wakgari Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Rasaasnii fi Shugguxii kumni 18 ol gara Goondar seenuuf ture to’annaa jala ooluu qajeelchi poolisii giddugala Goondar ibseera. Itti gaafatamaa…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa labsii yeroo ariifachiisaa kaase Sifen Megersa Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) –Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga'ii ariifachiisaa har’a gaggeesseen labsii yeroo ariifachiisaa kaaseera. Manni Maree Bakka Bu’oota…
Ispoortii Taphoonni Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 13ffaan har’aa eegaluun ni taphatama Sifen Megersa Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Taphoonni Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 13ffaan har’aa eegaluun kan taphatamuu ta’uu ibsameera. Sangantaan torbee…